Na hordofnaan ! Koflaa gubatta. Boohaa Bashannanta! Abaaramaa Gammadda ! Midhamtes itti gaafatamta

Joined March 2025
Finfinnee by 2030 ❤️
50
11
9
98
17,277
DHIIRA BOORANAA IRRAA WAAN BARATAMUU QABU! 1) Lolli Boorana irratti banamnaan, Dhiirti sababa kamuu dhiyeessitee lola hin haftu. Cidhan qaba, Fatanaan qaba, Bizinasii minaammin hin dalagu. Lolarraa haftee, lola booda Boorana keessa hin jiraattu. Ani Boorana jettees hin himattu. Qoqqobbii jajjabaa, Social isolation fi Tarkaanfii jabaat si eeggata. 2) Fagoo jirtaa? Fageenya irraa bilbiltee, “Maal keessa jirtu, akkam taatan, mee odeeffannoo…?” Jattee hin gaafattu. Gaafatuuf carraa hin argattu, gaafattus deebii hin argattu. Deebiin jirtu, Gadi koottuu! Callaa. Gad dhuftee jagna waliin daangaaf kufta. Duri gaafa University barannu, joollee Fatanaa dhiisanii Booranatti Lolli baname jedhanii deeman dinqisiifanna ture. Amma nama Amerikaa fi Awuroppaa irraa galee lolun arge. South Africa, Keniyaa fi Finfinnee nami gale lakkoofsa hin qabu. 3) Lolli akka goosaatti itti banamnaan qabeenyi dhuunfaa hin jiru. Waa hundi kan gosaati. Lola qolachuuf oolfama. Kan Meeshaa lama qabu, Dhiira harka duwwatti tokko kenna. Lola booda lakkaayamee deebifamaaf. Kan Midhaan qabu gutummaan gumaacha. Kan Bessee qabu of hin qusatu. Akkasiin Gamtaadhaan Lola qolatanii, lafa Nagaatti Herrega gumaata isaanii buufatu. Warri Kaan Hoo? Wal beekna 🫵
2
7
376
Absolutely 💯
The reported laying down of arms by General Yohanes (John Medid,) one of the key military commanders of Tigray’s armed forces that is serving the faction of Debretsion GebreMichael, is far more than another battlefield development. It is a devastating blowback striking at the very heart of the arrogant, self-serving military clique that helped entrench Tigray’s rotten political order. For years, this group confused military might with political legitimacy, wartime heroism with permanent entitlement to power, and the sacrifices of an entire society with a mandate to protect a shrinking circle of TPLF hardliners and predatory economic oligarchs. The political machinery they helped build to perpetuate their dominance is now unraveling under the weight of its own contradictions.
1
4
313
They’re doing the same thing all over the world! These terrorist expansionist must be stopped at any cost
An undated video has surfaced online allegedly showing a man Lowering the Kenyan flag and raising the Somali flag on Kenyan soil. This is what happens when illegal immigration is allowed.
1
5
151
Yup 👍
We confirm the capture of TPLF Commander John Medid today. TPLF leaders sacrifice the youth as cannon fodder for their own protection, yet surrender smoothly when their own lives are at risk. The remaining youth should follow him and not die on his behalf. Peace to all 🕊️TPF🕊️
1
4
227
Al-shebab Insurgents terrorizing the entire Horn of Africa. Not only Christians, but also murdering Wakeffata Oromo pastoralists in Borana
Christians are hunted and slaughtered all over Africa and the Middle East More than 100 churches have been burned and vandalized across Canada in the last five years We must put an end to these evil, hate-motivated attacks Christians across the world must unite with one another in the face of these atrocities
3
180
ላለፉት 6 አመተት በሙርኮኛ ትሪክት ስንት-መቶ Content ሰርቶ ስደሰኩር የኖረው ያየሰው Ethi-Forum፣ የወያኔ ጀነራሎችን መማረክ ባላየ ላሽ አለ ኣ❓ ሀቱ ሃdhaረው🫵
2
266
Dhiyootti Shigishigiin Ji’opolitikaa hin jiraata. “Reconfiguration” ajaa’ibaa arguu malla. Qabxii Sadiihi! 1) Pershitti aanee Targetiin Sirkaala Ayyudaa inni guddaan Turkiidha. Turkiyeen Miseensa NATO waan taateefu kallattiin hin waraantu. Alatti qaxaqqaxxee naaffessiti. Bakki isiin itti naffa’uuf Karoora qabdu tokko Somaliyaa keessa. Lolli kuni nun hanqatu. Oromoon bakkuma jiru jirutti leenjii loltummaa haa jabeechu. 2) Abiyyi waan eegu qaba malee Ektiraa ima deema. Deemsa Abiyyi akka Ixiyophiyyaatti deemuuf burden guddaan kan Oromoo ta’a. Kana Oromoon jaalatee, Abiyyi deggaree waan loleef miti. Akka Addunyaan Munyuuqa sirna phiphi define itti tolchitetu sani. Sirkaala teenna Bosonaa dabalatee, Oromoo madadaan if eeggannaa fi Ayinaquraanyaan haalota laaluu barbaachisa. Ammas Dargaggoon Oromoo Mooraa isatti dhiyoo jirutti maqee Leenjii loltummaa akka fudhatu Jenna. 3) Lolli Sudaan dhiibee dhufee Funyaan teenna jala jira. Piroksiin Kuruuruu fi Emirati 🇦🇪 Milkaayaa hin jiru. Burhan fi Egypt 🇪🇬 fa’a akka mo’an beekamaadha. Eega mo’an booda quzzamaa lolaan duuba kan jedhamut jira. Hujii reconstruction, Mootummaa ijaaruu fi Sivilii dandamachiisuu. Tuni deebiyee atakara keessoo guddaa Dhala. Atakara Sana gara alaatti baasuun dirqama. Garri jarri itti baastu lamuma. Tokko Chad 🇹🇩, lammeessoon Ethiopia 🇪🇹. Gara Chad kanaa Egypt waa takka interest hin qaddu. So nyaarri garanuma. Amallee Burden guddaan kan Oromoo ta’a. Iyyoo iyyoo, nu PP mormuut turre, Ximdoo deeggaraa turre, nun laallatu jedhuu malta. Ajandaan lolaa sana miti. Ima naffa’amta. Hidhannoo fi Ogummaa malee of dagattee dhaabattee eegnaan hin nyaadhamta. Lubbun haftu biyya dhabda. Eeyyen, of Dagataan biyya dhaba… jedhameera. Ruufa marattee maaf dhaabatta of gattees…. Yaayyuu jedhame. Feetuu PP feetu Bosonatti gorii leenjii fi qawwee fudhu jechumaafi 🫵
3
11
778
Booranni of eeggannoo tolchi. Sochiin lola dhaabsisuu Gama federalatiin Taasifamut jiru humtuu hin muldhatu. Haga makkalakayan Bandiraa qabatee jidduu lixuu agartutti qawwee kee gadi hin deebisiin. Hubachiisa; Polisiin Federalaa Wal Waraansa Naannolee jidduu seenee lola dhaabsisuuf Aangoo heeraa hin qabu. Makkalakayaa Callaa! Abbootin Qabeenyaa Garrii fi Somaalee Bessee guddaa walta buusanii, Komandaroota Federalaaf akka Sabotage tolchan yaallamaa jira jedhama. Fakkeennaf Polisiin Federalaa muraasni dhufee hoo akka dhukaasa dhabdan ajaje didaa. #Moyaalee 🫵
10
573
Hi ጥምዶ🧏🏽 አሁንስ ማኖ ሙርኮኛ❓
2
21
2,289
Prominent TPLF commander, John Mehdid captured by ENDF near Eritrean border
1
181
TPLF Soldier fighting alongside Somali Terrorist in Moyale is neutralised .
26
19
3
103
8,833
Dhimma Moyaalee irratti, Yaadni Kadireen Ophidiyoo Durii Facebook “GUJII GIRJAA” jedhuun qoode, Jawuun Share tolche balaafamaadha. “ Categorically stupid”! Keessumaa qabxiin, “Moyaalee Magaala Federaalli bulchu taasisuu” jattu. Finfinnee fi Dirredhawaa Federaala jalaa gara Oromiyaa deeffatuuf adoo qafsooynu, Magaala Tarsimowaa akka Moyaalee shiraan dabarsanii kennuuf yaadni dhiyaatu dinummaa hamaadha. By the way Federaala jala galuurra Sumaalee Jala galuut irra wayya. Sumaalee tokkittii dhaloonni falmee deeffata. Federaala (Saba 80) lolee deeffatuun ni cima Jechumaafi🫵
9
492
Maqaa Gammachiis jedhu baatee akka si waliin Cittoo hooqqataa Gaddu feetee? Baga xuuxe Baga caffare! Amantichi Kampanii itti bessee elman malee kan ittin Naamusa fi Heera uumaa barsiisan miti jennee turre. Ati miskiinni charchii jilbeeffadhu gaddi. Sirkaalli Kurnoo (Asirat) minaammin jattee Bessee sirraa elmitee, ittiin Havanna haga Miami deemtee xuuxxee-faaqxi🫵
2
1
14
985
Badhaatuu Ayyalaa retweeted
Sadik Farah Haibe is believed to work with Egyptian intelligence, TPLF, and Shabia. Based in Jigjiga, he's known for spreading anti-Ethiopia messaging. His sister held significant influence during the TPLF era. Sadik reportedly travels to Mogadishu monthly to meet with Egyptian intelligence operatives before returning to Jigjiga. Together with his associate Muhyadin, Sadik frequently disseminates anti-Ethiopia propaganda throughout Jigjiga and is now allegedly promoting conflict in Moyale, Ethiopia.
17
7
1
40
4,478
The Terrorist Expansionist is doing the same thing in Kenya 🇰🇪
Hii Ni Ujinga .. On Kenyan soil, someone has the audacity to remove the Kenyan flag just to raise the Somali flag. Alafu akishikwa watu wao wanze kusema aty “tunaonewa”
3
3
27
1,156
Badhaatuu Ayyalaa retweeted
My two cents on Moyale conflict: The Garre-Boran warfare along the Ethiopia-Kenya frontier is cyclical in nature and wired into the conflict system and political economy of the borderlands aggravated by climate stress. It is primarily about competition over resources, dominance of the southern trade corridor, changing settlement patterns, migration and the politics of demographics. This is a conflict that can only be resolved by the Oromo/Boran on one side and the Garre Somali elders with support from the governments of Kenya and Ethiopia. It is unacceptable for Somalis in Kenya and Somalia to latch onto this conflict, inflame local sentiments and worse claim the two Moyales as a Somali territory. The starting point of a peace settlement must be to recognise the complex interdependence, social and demographic heterogeneity of the borderlands whilst not seeking to change the administrative status of Moyale-Ethiopia as part of Oromia Regional State. Extremist ethnic nationalism and exclusive narratives that seek to 'other' one community is retrogressive and must be censured very strongly by Kenya and Ethiopia. More importantly, leaders from far away who use their influence to fan the flames of ethnic discord must be held to account.
30
65
9
271
29,813
ጠቅላይ ሚንስትሩ፣ - ጎንደሬ ምስት - ጎንደሬ ፕሬዝደንት - ጎጀሜ ምክትል አቅፎ ኢትዮጲያን በእኩል አይን መመልከትና ማገልገል አይችልም። በትናቸው🫵
1
10
895
Absolutely wrong! There’s Somali, Al-Shebab insurgence across Eastern and Southeastern Oromia
At least 47 Ethiopian Orthodox Christians were killed in an attack on the Church of Saint Raphael in the Sharka area, located in the Oromia region of Ethiopia. Witnesses who survived the attack stated that the massacre was carried out by regional Oromo forces in collaboration with radical Oromo militias.
2
1
4
434
War entrepreneur 🫵
4
217
Sumaleen Masjiida Guddaa Moyaalee kana akka Mishigiitti Dushqaa fi Matarayyesii keechat Camaddee Boorana goola jirti. Majiliisni maaf Callise? Ustaazonni maaf callisan? Miidiyaaleen maaf Callisan? Ragaa guutuu osoo qabani Callisuun daba. #Moyaalee
2
1
10
601